Programs

ODA Boarding School designed to provide education and care to children with special needs. The aim is to offer a supportive and inclusive learning environment

Nagallee Boranaa

Caamsaa 19/2017

Nagallee Boranaa

Waldaan Misooma Oromiyaa Dhaabbata ijaarsa isaatiin (OCCC)

Madda maallaqaa UNICEF irraa argateen Godiina Boorana Bahaa Aanaa Liban Manneen Barnootaa sadii irratti haala saffinaafi qulqulina qabuun Ijaare ummataaf dabarseera.

Sagantaa kana irratti Dhaabbata gargaarsaa, Biiroo Barnoota Oromiyaa fi Ummata Itti fayyadamtoota irraa galata guddaa argateera.

Tokkummaan Misoomaaf

Facebook
X
LinkedIn
WhatsApp

Related news

Scroll to Top