Category: Education
Posted Date:
-
Seenaa Abjuu Irraa Gara Dhugaa
SEENAA, GUDDINA FI MILKAA’INA MANA BARUMSAA BULTII ADDAA WALDAA MISOOMA OROMIYAA (WMO) Manni Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) A.L.I bara 2006 keessa kaayyoo…
-

Congratulations to Dr. Robera Negalign!
Baga gammaddan; baga gammanne Dr. Rooberaa Negaliny MBBAWMOtiif barataa marsaa jalqabaati. Imala waggoottan hedduu booda har’a abjuunkee milkaa’ee guyyaa eebbakeetin ga’uu keetiif miseensonnifi dhimmamtoonni WMO…
-

Waldaa Misoomaa Oromiyaa!
Biiroon Barnnootaa Oromiyaa Barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Damee Bishooftuu, Dorgommi Shaakala Falmii Dhadhachaa Komishiinin Mirga Namummaa Itoophiyaa Qopheesse Moo’ataniif Barattuu Siifan…
-

Nagallee Boranaa
Caamsaa 19/2017 Nagallee Boranaa Waldaan Misooma Oromiyaa Dhaabbata ijaarsa isaatiin (OCCC) Madda maallaqaa UNICEF irraa argateen Godiina Boorana Bahaa Aanaa Liban Manneen Barnootaa sadii irratti…
-

Ebla/2017 Deeggarsa maallaqaa dhaabata JSI/L10k irraa argate
Ebla/2017 Waldaan Misooma Oromiyaa, Oromiyaa guddatte,hawaasa barate, diinagdeen isaa cimaa fi fayyaalessa arguuf carraaqaa jira. Deeggarsa maallaqaa dhaabata JSI/L10k irraa argateeniis piroojektii foyya’insa kenninsa tajaajila…
-

Oduu Simbirtuu
Oduu Simbirtuu Sisay Getu Diriba barataa mana barumsa bultii addaa WMOtti bara 2013 irraa eegalee barnoota isaa barachaa ture yoo ta’u, bara 2016 qorumsa biyyaalessa…
-

Adaamaa
Bitootessa 27/2017 Adaamaa Waldaan Missoma Oromiyaa Damee Finfinnee Miseensotaafi deeggartoota Kutaalee Magaalaa Finfinnee Qindeessuudhaan deeggarsa galteewwan (Kompiitara desk topfi laptop, Tabiletii, kitaabilee, dabtara pirintaroota akkasumas…
-

Bishooftuu
Bitootessa 28/2017 Bishooftuu Waldaan Misooma Oromiyaa Mana Barnoota Bu’uura Boruu qarshii mil.4 oliin ijaare Eebbise. Waldaan Misooma Oromiyaa Mana Barnoota Bu’uura Boruu qarshii mil.4 oliin…
-

Deeggarsa Kompiitaraa
Bitootessa 20/2017 Deeggarsa Kompiitaraa Waldaan Misooma Oromiyaa Damee Kutaa Magaalaa Lidataa dhaabbileefi abbootii qabeenyaa hirmaachisuun kompiitaroota 42 Mana Barumsa Bultii Addaa WMO Damee Adaamaaf deeggarsa…
-

Guyyaa har’aa magaala Finfinneetti qindeessummaa “Dibora Foundation” tiin yeroo 5ffaaf Kabajame
Bitootessa 14/2017 Finfinnee Guyyaa har’aa magaala Finfinneetti qindeessummaa “Dibora Foundation” tiin yeroo 5ffaaf kan Kabajamee olee guyyaa da’imman dhibee “Dawn syndrome” waliin dhalatan irratti Barattootnii…