Programs

ODA Boarding School designed to provide education and care to children with special needs. The aim is to offer a supportive and inclusive learning environment

Manni Baruumsa Bultii Addaa WMO Baratootta Isaa Hunda Gara Yuniivarsitii Galchuudhaan Badhaafamee.

 Manni barumsa bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa barattoota hunda gara yuniivarsititti waan dabarseef Dhaabbata ‘Ethiopian Students National Award’ irraa beekkamtii argatee jira. Uummanni Oromoo fi deeggartoonni WMO bu’aan kun akka argamuuf yeroo hunda hojii eebbifamaa kana utubdan hundi baga gammaddan baga gammanne. Manni barumsaa keenya bara kanas akkuma baroota darbanii qabxii olaanaa galmeessinee uummata keenya boonsuuf halkanii guyyaa hojjechuun seenaa haaraa galmeessuf qophii cimaa gochaa jirra.

Tokkummaan Misoomaaf!

Facebook
X
LinkedIn
WhatsApp

Related news