Category: FEATURED

  • Congratulations to Dr. Robera Negalign!

    Congratulations to Dr. Robera Negalign!

    Baga gammaddan; baga gammanne Dr. Rooberaa Negaliny MBBAWMOtiif barataa marsaa jalqabaati. Imala waggoottan hedduu booda har’a abjuunkee milkaa’ee guyyaa eebbakeetin ga’uu keetiif miseensonnifi dhimmamtoonni WMO…

  • Waldaa Misoomaa Oromiyaa!

    Waldaa Misoomaa Oromiyaa!

    Biiroon Barnnootaa Oromiyaa Barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Damee Bishooftuu, Dorgommi Shaakala Falmii Dhadhachaa Komishiinin Mirga Namummaa Itoophiyaa Qopheesse Moo’ataniif Barattuu Siifan…

  • Nagallee Boranaa

    Nagallee Boranaa

    Caamsaa 19/2017 Nagallee Boranaa Waldaan Misooma Oromiyaa Dhaabbata ijaarsa isaatiin (OCCC) Madda maallaqaa UNICEF irraa argateen Godiina Boorana Bahaa Aanaa Liban Manneen Barnootaa sadii irratti…

  • Oduu Simbirtuu

    Oduu Simbirtuu

    Oduu Simbirtuu Sisay Getu Diriba barataa mana barumsa bultii addaa WMOtti bara 2013 irraa eegalee barnoota isaa barachaa ture yoo ta’u, bara 2016 qorumsa biyyaalessa…

  • Manni Baruumsa Bultii Addaa WMO Baratootta Isaa Hunda Gara Yuniivarsitii Galchuudhaan Badhaafamee.

    Manni Baruumsa Bultii Addaa WMO Baratootta Isaa Hunda Gara Yuniivarsitii Galchuudhaan Badhaafamee.

     Manni barumsa bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa barattoota hunda gara yuniivarsititti waan dabarseef Dhaabbata ‘Ethiopian Students National Award’ irraa beekkamtii argatee jira. Uummanni Oromoo fi…

Recent Posts

Recent Comments

No comments to show.

All Categories