
Category: Lively wood
Posted Date:
-

Ebla/2017 Deeggarsa maallaqaa dhaabata JSI/L10k irraa argate
Ebla/2017 Waldaan Misooma Oromiyaa, Oromiyaa guddatte,hawaasa barate, diinagdeen isaa cimaa fi fayyaalessa arguuf carraaqaa jira. Deeggarsa maallaqaa dhaabata JSI/L10k irraa argateeniis piroojektii foyya’insa kenninsa tajaajila…
-

Sagantaan Gamaaggama fi Raawwi hojii bara 2024 fi Karoora bara 2025
Guyyaa 14/06/2017 Sagantaan Gamaaggama fi Raawwi hojii bara 2024 fi Karoora bara 2025 hojii piroojektii Guddina Hawaasa Qindaawaa Aanaa Qarsaatti gaggeeffame. Hojiilee WMO hojjataman keessaa…
-

Sagantaa jalqabsiisa Uwwisa Talaallii Guddisuu fi Daa’immani
Bitooteessa 5/2017 Sagantaan jalqabsiisa Uwwisa Talaallii Guddisuu fi Daa’imman Goonkumaa Talaallii hin Fudhanne fi Sababa adda addaatiin Talaallii addaan kutan Dhaqqabuuf karoorfame Godina Qellem Wallaggaa…


