
Category: Health
Posted Date:
-

Congratulations to Dr. Robera Negalign!
Baga gammaddan; baga gammanne Dr. Rooberaa Negaliny MBBAWMOtiif barataa marsaa jalqabaati. Imala waggoottan hedduu booda har’a abjuunkee milkaa’ee guyyaa eebbakeetin ga’uu keetiif miseensonnifi dhimmamtoonni WMO…
-

Ebla/2017 Deeggarsa maallaqaa dhaabata JSI/L10k irraa argate
Ebla/2017 Waldaan Misooma Oromiyaa, Oromiyaa guddatte,hawaasa barate, diinagdeen isaa cimaa fi fayyaalessa arguuf carraaqaa jira. Deeggarsa maallaqaa dhaabata JSI/L10k irraa argateeniis piroojektii foyya’insa kenninsa tajaajila…
-

Guyyaa har’aa magaala Finfinneetti qindeessummaa “Dibora Foundation” tiin yeroo 5ffaaf Kabajame
Bitootessa 14/2017 Finfinnee Guyyaa har’aa magaala Finfinneetti qindeessummaa “Dibora Foundation” tiin yeroo 5ffaaf kan Kabajamee olee guyyaa da’imman dhibee “Dawn syndrome” waliin dhalatan irratti Barattootnii…

