Programs

ODA Boarding School designed to provide education and care to children with special needs. The aim is to offer a supportive and inclusive learning environment

Daawwii Daareekitarrii Ol’aanaa WMO Obbo Dajanee Itichaa Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO Damee Bishooftu.

Barattoonni Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO Damee Bishooftu Leenjisaa jabeenya qaamaa Natsaannat waliin ta’uun Ispoortii “Erobics” moora mana barumsaa keessatti gaggeessan.

Sagantaa kana irratti kan hirmaatan Daareekitarrii Ol’aanaa WMO Obbo Dajanee Itichaa eergaa dabarsaniin “isin bor Biyya kana gara Fuula duraatti kan ceesistan waan taataniif gama hundaan gahumsa keessan cimsuu qabdu, milkaa’ina kanaafis jabaeenyi qaamaa isa tokko.” Jedhaniiru.

Sagantaan kunis torban Dhufu ETV irratti qilleensa irraa waan ooluuf akka daawwattan gamanumaan isin Beeksifna.

TOKKUMMAAN MISOOMAAF

Facebook
X
LinkedIn
WhatsApp

Related news