Biiroon Barnnootaa Oromiyaa Barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Damee Bishooftuu, Dorgommi Shaakala Falmii Dhadhachaa Komishiinin Mirga Namummaa Itoophiyaa Qopheesse Moo’ataniif Barattuu Siifan Darajjeef qarshii kuma 20fi Waraqaa Ragaa, barataa Milkeessaa Nigaatuu qarshii kuma 15fi Waraqaa Ragaa kennuun badhaasuun jajjabeeffamaniiru. badhaasaafi waraqaa ragaa kan kenne jira. Biiroo Barnnootaa Oromiyaa Baayyee galateefadha. Ulfaadha.
Tokkummaan Misoomaaf!















