Programs

ODA Boarding School designed to provide education and care to children with special needs. The aim is to offer a supportive and inclusive learning environment

Oduu Simbirtuu

Oduu Simbirtuu

Sisay Getu Diriba barataa mana barumsa bultii addaa WMOtti bara 2013 irraa eegalee barnoota isaa barachaa ture yoo ta’u, bara 2016 qorumsa biyyaalessa qabxii ol’aanaa galmeessisuun Yunivarsiitii ASTUtti barnoota isaa hordofaa ture. Yeroo amma kana ammoo Yunivarstii biyya Kooriyaa Kibbatti argamu (KAIST) kan barattoonni WMO heddumminaan barnoota isaanii itti hordofaa jiranitti iskolarshippi argatee jira.

Kanaafuu, milkaa’ina barattoota WMO gama hundaan itti fufee jiru booda dhimmamtoonni jirtan hundi maatiin, Miseensonni Boordii WMO fi Mana barumsa bultii addaa, barsiisonni, hojjettoonnifi manajmantiin WMO, miseensonni WMO, hunda ol Uummanni keenya baga gammaddan baga gammanne!

Tokkumman Misoomaaf!

Facebook
X
LinkedIn
WhatsApp

Related news

Scroll to Top