Oduu Simbirtuu
Oduu Simbirtuu Sisay Getu Diriba barataa mana barumsa bultii addaa WMOtti bara 2013 irraa eegalee barnoota isaa barachaa ture yoo […]
Oduu Simbirtuu Sisay Getu Diriba barataa mana barumsa bultii addaa WMOtti bara 2013 irraa eegalee barnoota isaa barachaa ture yoo […]
Bitootessa 27/2017 Adaamaa Waldaan Missoma Oromiyaa Damee Finfinnee Miseensotaafi deeggartoota Kutaalee Magaalaa Finfinnee Qindeessuudhaan deeggarsa galteewwan (Kompiitara desk topfi laptop,
Bitootessa 28/2017 Bishooftuu Waldaan Misooma Oromiyaa Mana Barnoota Bu’uura Boruu qarshii mil.4 oliin ijaare Eebbise. Waldaan Misooma Oromiyaa Mana Barnoota
Bitootessa 20/2017 Deeggarsa Kompiitaraa Waldaan Misooma Oromiyaa Damee Kutaa Magaalaa Lidataa dhaabbileefi abbootii qabeenyaa hirmaachisuun kompiitaroota 42 Mana Barumsa Bultii
Waldaan Misooma Oromiyaa meeshaalee yaala fayyaa keellaa fayyaa bu’uuraa giddugala Bikaatiif taasise. Deeggarsi kun kan taasifame karaa piroojektii fooyya’insa kenninsa
Manni barumsa bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa barattoota hunda gara yuniivarsititti waan dabarseef Dhaabbata ‘Ethiopian Students National Award’ irraa beekkamtii