
Category: Boarding School
Posted Date:
-

Godinni Shawaa Bahaa marsaa lammaffaadhaaf hara’a MBBA Damee Adaamaatiif deeggarsa Taasiseera.
Bitootessa 11/2017 Godinni Shawaa Bahaa marsaa lammaffaadhaaf hara’a Aanaan Lumee xaafii Maanyaa kuntaala 58 MBBA Damee Adaamaatiif deeggarsa Taasiseera. Marsaa lamaan akka Godina Shawaa Bahaatti…
-

ODA-LEGO Foundation CDA SCI Project Kicks Off Coaching Training
Oromia Development Association (ODA), in partnership with the Save the Children Internatinal, Project funded by LEGO Foundation, has launched a coaching training for selected school…
-

Transforming Early Childhood Development in Oromia Region!
ODA LEGO Foundation SCI CDA Project! We are thrilled to share the incredible impact of the Childhood Development Activity (CDA) implemented by the Oromia Development…
-

Waldaan Misooma Oromiyaa deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa taasise.
Waldaan Misooma Oromiyaa meeshaalee yaala fayyaa keellaa fayyaa bu’uuraa giddugala Bikaatiif taasise. Deeggarsi kun kan taasifame karaa piroojektii fooyya’insa kenninsa tajaajila fayyaa bu’uuraatiin yoo ta’u,…
-

Manni Baruumsa Bultii Addaa WMO Baratootta Isaa Hunda Gara Yuniivarsitii Galchuudhaan Badhaafamee.
Manni barumsa bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa barattoota hunda gara yuniivarsititti waan dabarseef Dhaabbata ‘Ethiopian Students National Award’ irraa beekkamtii argatee jira. Uummanni Oromoo fi…
-

Daarikteerri olaanaan Waldaa Misooma Oromiyaa obbo Dajanee Itichaa fi miseensonni manajimentii WMO magaalaa Jimmaatti ARKAMAN
Daarikteerri olaanaan Waldaa Misooma Oromiyaa obbo Dajanee Itichaafi miseensonni manajimentii WMO magaalaa Jimmaatti argamuun haaromsa gamoo Jimmaa daawwachuun, ogeeyyii haaromsa gamoo hojjechaa jiran jajjabeessaniiru. Tokkummaan…
-

Daawwii Daareekitarrii Ol’aanaa WMO Obbo Dajanee Itichaa Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO Damee Bishooftu.
Barattoonni Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO Damee Bishooftu Leenjisaa jabeenya qaamaa Natsaannat waliin ta’uun Ispoortii “Erobics” moora mana barumsaa keessatti gaggeessan. Sagantaa kana irratti kan…


