Godinni Shawaa Bahaa marsaa lammaffaadhaaf hara’a MBBA Damee Adaamaatiif deeggarsa Taasiseera.

Bitootessa 11/2017

Godinni Shawaa Bahaa marsaa lammaffaadhaaf hara’a Aanaan Lumee xaafii Maanyaa kuntaala 58 MBBA Damee Adaamaatiif deeggarsa Taasiseera.

Marsaa lamaan akka Godina Shawaa Bahaatti Xaafii kuntaala 293 sukkaara kuntaala 5 fi Qr. 972,000.00 (kuntaala 81) waliigala kuntaala 379 deeggarsa taasiseera.

Hogansiifi Qamonnii Degarsii Xafiin Kunii akkaa sassaabamuu yadaaf humnan degaraa turtaan hundii guddaa galaatomaa isiniin jenna.

Tokkummaan Misoomaaf!

Recent Posts

Recent Comments

No comments to show.

All Categories

Tags

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *