Waldaan Misooma Oromiyaa deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa taasise.
Waldaan Misooma Oromiyaa meeshaalee yaala fayyaa keellaa fayyaa bu’uuraa giddugala Bikaatiif taasise. Deeggarsi kun kan taasifame karaa piroojektii fooyya’insa kenninsa […]
Waldaan Misooma Oromiyaa meeshaalee yaala fayyaa keellaa fayyaa bu’uuraa giddugala Bikaatiif taasise. Deeggarsi kun kan taasifame karaa piroojektii fooyya’insa kenninsa […]
Manni barumsa bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa barattoota hunda gara yuniivarsititti waan dabarseef Dhaabbata ‘Ethiopian Students National Award’ irraa beekkamtii
Daarikteerri olaanaan Waldaa Misooma Oromiyaa obbo Dajanee Itichaafi miseensonni manajimentii WMO magaalaa Jimmaatti argamuun haaromsa gamoo Jimmaa daawwachuun, ogeeyyii haaromsa
Barattoonni Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO Damee Bishooftu Leenjisaa jabeenya qaamaa Natsaannat waliin ta’uun Ispoortii “Erobics” moora mana barumsaa keessatti