Daarikteerri Olaanaan WMO obbo Geetaachoo Baalchaa barsiisotaafi hojjettoota Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO Lameen waliin haala waliigala mana barumsichaa irratti mari’atan.

Sadaasaa 06/2019 ALI
Adaamaa

ODASBS
previous arrow
next arrow

Waltajjii marii kana irratti barreeffamni yaadama bu’uuraa hundeeffama mana barumsichaa ibsu, “From Dream to center of excellence” jedhu kan dhiyaate yoo ta’u, haala hundeeffamaa, danqaawwan muudachaa turaniifi bu’aawwan gurguddoon manneen Barnoota Bultii Addaa WMO tiin galmaa’an dhiyaataniiru.

Dhuma irrattis, mariin haala hojii waliigalaa irratti taasifamuun, kallattii daarikteerri olaanaan kaa’aniin goolabameera!

Tokkummaan Misoomaaf!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *