Waldaa Misoomaa Oromiyaa!
Biiroon Barnnootaa Oromiyaa Barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Damee Bishooftuu, Dorgommi Shaakala Falmii Dhadhachaa Komishiinin Mirga Namummaa […]
Biiroon Barnnootaa Oromiyaa Barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Damee Bishooftuu, Dorgommi Shaakala Falmii Dhadhachaa Komishiinin Mirga Namummaa […]
Caamsaa 19/2017 Nagallee Boranaa Waldaan Misooma Oromiyaa Dhaabbata ijaarsa isaatiin (OCCC) Madda maallaqaa UNICEF irraa argateen Godiina Boorana Bahaa Aanaa
Oduu Simbirtuu Sisay Getu Diriba barataa mana barumsa bultii addaa WMOtti bara 2013 irraa eegalee barnoota isaa barachaa ture yoo
Bitootessa 27/2017 Adaamaa Waldaan Missoma Oromiyaa Damee Finfinnee Miseensotaafi deeggartoota Kutaalee Magaalaa Finfinnee Qindeessuudhaan deeggarsa galteewwan (Kompiitara desk topfi laptop,
Bitootessa 28/2017 Bishooftuu Waldaan Misooma Oromiyaa Mana Barnoota Bu’uura Boruu qarshii mil.4 oliin ijaare Eebbise. Waldaan Misooma Oromiyaa Mana Barnoota
Bitootessa 20/2017 Deeggarsa Kompiitaraa Waldaan Misooma Oromiyaa Damee Kutaa Magaalaa Lidataa dhaabbileefi abbootii qabeenyaa hirmaachisuun kompiitaroota 42 Mana Barumsa Bultii
Bitootessa 14/2017 Finfinnee Guyyaa har’aa magaala Finfinneetti qindeessummaa “Dibora Foundation” tiin yeroo 5ffaaf kan Kabajamee olee guyyaa da’imman dhibee “Dawn