Kersa Integrated CommunityDevelopment Program (ICD-Livelihood)

  1. Back ground of the project.
    Oromia Development Association (ODA)
    recently implementing a five-year livelihood
    program (January 2023-December 2027) aiming
    to improve the sustainable livelihoods and to
    increase the resilience of 13,000 households in
    Kersa woreda, East Hararge zone, Oromia
    regional state, Ethiopia. The project has been
    designed as Kersa Integrated Community
    Development Program (Kersa ICDP) that
    include sector like Education, Water, Health and
    Livelihoods while, livelihood project
    implimanting by integrating agricultural
    development, rural finance, capacity building
    and food and nutrition security across the area.
    Kersa livelihood project funded by A Glimmer
    of Hope, has been implemented as part of
    Integrated Community Development
    Program(ICDP). The goal of the livelihood
    project is to bring about significant and
    sustainable improvement in the lives of people
    living in marginalized and disadvantaged areas
    of Kersa district, primarily through promoting
    the wellbeing and livelihood of targeted
    community in development interventions.
    2.livelihood program Key successful
    Achievements

    This year livelihood project planned to provide a
    revolving loanable fund through RUSACCOs to
    addressed 170(72F) farmers on vegetable
    production (onion and Potato), 275(131 F)
    farmers on goat rearing and fattening, 25(18F)
    farmers on poultry and 30(16F) farmers on IGA
    value chin. Accordingly, all activities performed
    very well, and 500 farmers who were eligible
    received loan that amount 5,702,756.25 birr.

Waldaan Misooma Oromiyaa ( WMO)
dhiheenya kana sagantaa Jiruuf-jireenya waggaa
shanii (Guraandhala 2023-Muddee 2027) kan
kaayyeffate, Jiruuf-jireenya itti fufiinsa qabu
fooyyessuu fi dandamachuu maatii 13,000tti
guddisuuf , Naannoo Oromiyaa, Godina Hararge
Bahaa, Aanaa Qarsaa keessatti Kaayyeffate.
Pirojektichi akka Sagantaa Misooma Hawaasa
Qindaa’aa (Kersa ICDP) kan damee akka
Barnootaa, Bishaan, Fayyaa fi Jiruuf-jireenya
kan hammate yoo ta’u, pirojektiin Jiruuf-
jireenya kan agarsiisu misooma qonnaa,
faayinaansii baadiyyaa, ijaarsa dandeettii fi
wabii midhaan nyaataa fi soorataa guutuu
naannootti walitti makuun kan qophaa’edha.
Pirojektiin Jiruuf-jireenya hawaasaa Aanaa
Qarsaa maallaqaan kan deeggaramu projektii
Glimmer of Hope, akka qaama Sagantaa
Misooma Hawaasaa qindaa’aa(ICDP)tti hojiirra
ooleera. Kaayyoon pirojektii Jiruuf-jireenya kun
adda durummaan giddu-galeessa misoomaa
keessatti nageenyaa fi jireenya hawaasa
xiyyeeffannoo argate guddisuudhaan jireenya
namoota naannoolee marginalized fi hir’ina
qaban jiraatan irratti fooyya’iinsa guddaa fi itti
fufiinsa qabu fiduudha.

  1. Bu’aawwan milkaa’ina ijoo Sagantaa
    Jiruuf-jireenya
    Pirojektiin Jiruuf-jireenya bara kana fandii liqii
    naanna’aa ta’e karaa waldaya qusannoo fi liqii
    (RUSACCOs) qonnaan bultoota 170 (72
    dubartii) oomisha kuduraa (moose fi
    Shumkurtaa) irratti, qonnaan bultoota 275(131
    dubartii) horsiisa re’ee fi furdisuu irratti,
    qonnaan bultoota 25(18 dubartii) horsiisa lukkuu
    irratti fi 30(16 dubartii) daldala xixiqqaa irratti
    xiyyeeffateera. Haaluma kanaan hojiiwwan
    hundi raawwii gaarii kan agarsiisan yoo ta’u,
    qonnaan bultoonni ulaagaa guutan 500 liqii birrii
    5,702,756.25 argataniiru. Bu’aan bal’aan kutaa
    kanaa akka armaan gadiitti ibsameera.