-
Jilli Daarikteera Olaanaa WMO’n Durfamu, jIaarsa Mana Barumsa Bu’uura Boruu Bulchiinsa Magaalaa Amboo Daawwate.
Bitootessa 5/2016 Jiilli daarikteera Olaanaa WMO, obbo Dajanee Itichaafi kantiibaa magaalaa Amboo obbo Hacaaluu Gammachuutiin durfamu, ijaarsa piroojektii mana barumsa…
-
Piroojektii godina Baalee Bahaafi Gujii Lixaa.
Waldaan Misooma Oromiyaa (WMOn ) Piroojektii godina Baalee Bahaafi Gujiilixaatti Aanaa 11 keessatti waggoota 5 kan hojjetamuufi leenjii paakeejjii waliigalaa…
-
Hordoftoota amantaa Ortodoksii hundinu Baga Ayyaana Cuuphaa bara 2016tin isin gahe!
Daarikteeri olaanan WMO obboo Dajanee Itichaa hojjatoota Projeektii ijaarsa jaallisi Hajii Faajjii jedhamu hojjachaa jiran waliin ayyaana kabajani jiru. Ijaarsi…
-
Waldaan Misooma Oromiyaa yeroo kamiyyuu caala seenaa hojjachaa jira.
Jijjirama qabatamaa, seenaa aja’ibaa Waldaan Misoomaa Oromiyaa Godina Harargee Lixaa aanaa Odaa Bultumitti hojjate fi Hojiiwaan Godina Harargee Bahaa aanaa…
-
Daawwannaa Piroojektootaa!
Muddee 12/2016 Gareen Waldaa Misooma Oromiyaafi dhaabbata ‘A Glimmer of Hope’ hojiiwwan piroojektii WMO’n godina Harargee Bahaa aanaa Qarsaatti hojjechaa…
-
Eebba Projeektoota WMO Godina Harargee Bahaa Aana Qarsa
Hagayya 26/2015 WMOn rakkolee hawaasuma naannoo keenya keessa jiran hirrisuuf yoomiyyu akka dubatti hinjannee hojii qabatamaan mirkaneessaa jira. Guyyaa haarras…