-
AYSRH Success story
My Name is Chaltu, I am 13 years old, I live in Tulu Bolo Town. I am a member of…
-
Congaratulations /Baga gammaddan, Baga gammanne/.
Congratulations to ODA Special Boarding School Alumni Oromia Development Association (ODA) Would like to extend its Congratulations to ODA Special…
-
Daawwannaa God-ambaa Adwaa
“Seenessa sobaa ture sirreessuun dhaloonni seenaa biyyasaa sirrii akka baratu bu’uura keenyeerra.” Aadde Adaanach Abeebee. Bitootessa 15/2016 Barattoonniifi barsiisonni mana…
-
Jilli Daarikteera Olaanaa WMO’n Durfamu, jIaarsa Mana Barumsa Bu’uura Boruu Bulchiinsa Magaalaa Amboo Daawwate.
Bitootessa 5/2016 Jiilli daarikteera Olaanaa WMO, obbo Dajanee Itichaafi kantiibaa magaalaa Amboo obbo Hacaaluu Gammachuutiin durfamu, ijaarsa piroojektii mana barumsa…
-
“Dubartoota aangomsuun, milkaa’ina haa saffisiisnu!”
Guraandhala 28/2016 Hojjettoonni waajjira olaanaa Waldaa Misooma Oromiyaa mata duree, “Dubartoota aangomsuun, milkaa’ina haa saffisiisnu”jedhuun ayyaana guyyaa dubartoota addunyaa, akka…
-
Kabaja Ayyaana Guyyaa Dubartoota Addunyaa (March 8) Marsaa 113ffaa
Dubartoota jajjabeessuun guddina biyyaa saffisiisuufi dhaloota ijaaruuf murteessaadha.” Obbo Dajanee Itichaa.Guraandhala 22/2016 Biiroon dhimma dubartootaafi daa’imman Oromiyaa ayyaana guyyaa dubartoota…
-
Piroojektii godina Baalee Bahaafi Gujii Lixaa.
Waldaan Misooma Oromiyaa (WMOn ) Piroojektii godina Baalee Bahaafi Gujiilixaatti Aanaa 11 keessatti waggoota 5 kan hojjetamuufi leenjii paakeejjii waliigalaa…
-
Hordoftoota amantaa Ortodoksii hundinu Baga Ayyaana Cuuphaa bara 2016tin isin gahe!
Daarikteeri olaanan WMO obboo Dajanee Itichaa hojjatoota Projeektii ijaarsa jaallisi Hajii Faajjii jedhamu hojjachaa jiran waliin ayyaana kabajani jiru. Ijaarsi…
-
Kennaa miseensotaafi hundeessitoota Waldaa Misoom Oromiyaa damee Ameerikaa Kaaba!
Miseensota koree fi Hundeessitoota Waldaa Misooma Oromiyaa damee Ameerikaa Kaabaa kan ta’an Obbo Lalisaa Hiikaa fi Addee Galaanee Firrisaa Mana…