Kabaja Ayyaana Guyyaa Dubartoota Addunyaa (March 8) Marsaa 113ffaa

photo_2024-03-02_17-21-50
photo_2024-03-02_17-22-50
photo_2024-03-02_17-22-44
photo_2024-03-02_17-21-50
photo_2024-03-02_17-22-50
photo_2024-03-02_17-22-44
photo_2024-03-02_17-22-55
photo_2024-03-02_17-24-01
photo_2024-03-02_17-23-18
photo_2024-03-02_17-23-18
photo_2024-03-02_17-23-27
photo_2024-03-02_17-23-27
photo_2024-03-02_17-23-44
photo_2024-03-02_17-22-55
photo_2024-03-02_17-23-51
photo_2024-03-02_17-23-44
photo_2024-03-02_17-23-56
photo_2024-03-02_17-23-51
photo_2024-03-02_17-24-01
photo_2024-03-02_17-23-56
previous arrow
next arrow

Dubartoota jajjabeessuun guddina biyyaa saffisiisuufi dhaloota ijaaruuf murteessaadha.” Obbo Dajanee Itichaa.Guraandhala 22/2016

Biiroon dhimma dubartootaafi daa’imman Oromiyaa ayyaana guyyaa dubartoota addunyaa (March 8) marsaa 113ffaa, akka biyya keenyaatti marsaa 48fffaaf kabajamu mana barumsa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa damee Bishooftuutti barattoota waliin kabaje. Kaayyoon ayyaannichi mana barumsaa keessatti kabajameef, shaamarran qaxalee kaayyoo isaanii galmaan gahuufi imaanaa uummanni itti laate milkeessuuf maatiirraa bahanii barnoota isaanii hordofaa jiran jajjabeessuufidha jechuun, biiroon kun shaamarran 13 qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasni taabileetii kennameera. Dabalataanis, arjoomni galtee nyaataa barattootaa Qr. 200,000 tti tilmaamuu taasifameera.

Sagantaa kana irratti kan argaman, daarikteerri olaanaan WMO, obbo Dajanee Itichaa, “Dubartoota jajjabeessuun guddina biyyaa saffisiisuufi dhaloota ijaaruuf murteessaadha” jechuun deeggarsa taasifameef biirichaa galateeffataniiru.

Tokkummaan Misoomaaf!