-
Daawwannaa God-ambaa Adwaa
“Seenessa sobaa ture sirreessuun dhaloonni seenaa biyyasaa sirrii akka baratu bu’uura keenyeerra.” Aadde Adaanach Abeebee. Bitootessa 15/2016 Barattoonniifi barsiisonni mana…
-
Jilli Daarikteera Olaanaa WMO’n Durfamu, jIaarsa Mana Barumsa Bu’uura Boruu Bulchiinsa Magaalaa Amboo Daawwate.
Bitootessa 5/2016 Jiilli daarikteera Olaanaa WMO, obbo Dajanee Itichaafi kantiibaa magaalaa Amboo obbo Hacaaluu Gammachuutiin durfamu, ijaarsa piroojektii mana barumsa…
-
“Dubartoota aangomsuun, milkaa’ina haa saffisiisnu!”
Guraandhala 28/2016 Hojjettoonni waajjira olaanaa Waldaa Misooma Oromiyaa mata duree, “Dubartoota aangomsuun, milkaa’ina haa saffisiisnu”jedhuun ayyaana guyyaa dubartoota addunyaa, akka…
-
Kabaja Ayyaana Guyyaa Dubartoota Addunyaa (March 8) Marsaa 113ffaa
Dubartoota jajjabeessuun guddina biyyaa saffisiisuufi dhaloota ijaaruuf murteessaadha.” Obbo Dajanee Itichaa.Guraandhala 22/2016 Biiroon dhimma dubartootaafi daa’imman Oromiyaa ayyaana guyyaa dubartoota…