Egereen Biyyaa keenyaa Daa’immaan keenya!/ The future of our country is our children!

photo_2023-10-06_10-49-52
photo_2023-10-06_10-50-09
photo_2023-10-06_10-50-19
photo_2023-10-06_10-50-29
photo_2023-10-06_10-50-33
previous arrow
next arrow

Bu’ura boruu Magaalaa Adaamaatti WMO hojii Dirqama Lammumaatin bara 2014 ijaaree kennee keessaatti daa’immaan barachaa jiranif uniformin kannamee jira.

Daarikteerri olaanaan WMO obboo Dajanee Itichaa barattoota kanneenif huccuu uniformii guutuu kan kennan yoo tahu, mana barumsuchaatif meeshalee barnootaafi deeggarsa barnootaa adda addaa( Qalama jiidhaafi gogaa, qartuu, maarkariifi kkf) kenname daarikteera mana barumsichaa waliin harka fudhinsi gaggeeffame jira.

Daa’immaan kunneen egeree biyyaa keenya Waan ta’anif kununsaafi deeggarsa adda addaa argachuu akka qaban ibsame jira. Barsiisonni manni barumsaa deeggarsa taasifameen gammadu isaani ibsaniru.