Eebba Projeektoota WMO Godina Harargee Bahaa Aana Qarsa

Hagayya 26/2015

WMOn rakkolee hawaasuma naannoo keenya keessa jiran hirrisuuf yoomiyyu akka dubatti hinjannee hojii qabatamaan mirkaneessaa jira.

Guyyaa haarras G/Haarargee Bahaa Aanaa Qarsaa dareewwan barnootaa umuuri dheeraatiin hoji baruuf barisuuf mijaawaa kan hintaane gandoota shan keessatti dareewwan dabalataa shaniifi teesso baratootaafi Manneen fincaanii keel law fayyaa bee lads tokko ijaarsisee eebbisisuun tajaajiaaf akka olan taasisee jira.

Sagantaa kana irratti kan argaman I/A/Hogganaa BBO Obbo Girmaa Baayisaa haswaa taasisaniin WMOn Kutaalee qulquulina ijaarsa isaa eeggatee

hojjeechuun isaa dinqisifachuun keessumattu harrca’ina barattotta hirrisuuf gahee ol’aanaa akka qabuu eeruun,Maatii ijoollee isaanii gara MBtti eergu akka qaban ibsaniiru.

Sagantaa kana irratti hoggantoota godinaafi Aanaafi keesumootnii waamicha taasifameef argamaniru.

Tokkummaan Misoomaaf!

photo_2023-08-31_11-43-28
hb hoga
photo_2023-08-31_11-43-27
bes mayu
hb mayu
hb
previous arrow
next arrow