May 10-14/ 2023
Congratulations!
An Aptitude Competition based on Mathematics and English subjects was held at national level starting from May 10-14/ 2023 hosted by Ethiopian Ministry of Education.
Oromia Development Association Special Boarding school, Adama branch students, representing Oromia and Won the competition successfully. Our brave students Mufariat Tadese take the first rank and Fita Alemayehu take 2nd from all competitors. We would like to congratulate all staff members and stakeholders who pay off to cultivate the such brilliant future generation!
Unity For Development!
Caamsaa 23/2015
Qoondaaltoonni dhaabbata UNICEF, Hoggantoota Ol’aanoo WMO waliin mari’atan.
Marii kana irratti hojilee gurguddo Waldaan hojjachaa jiruufi gara fuula duratti hojjachuuf karoorfatee keessumootaaf dhiyeesse jira.
Gareen UNICEF gama isaanitiin hojii Waldaan hojjachaa jiru dinqisifachuun gara fuula duraattis haanga humni isaanii eeyyameen deeggarsa barbaachisu akka taasisuuf haariroo dhaabbata lamaan giddu jiru cimsanii hojjachuuf feedhi gudda akka qaban dhaamanii jiru.
Tokkummaan Misoomaaf!